Guyyaan yaadannoo injifannoo Karramaarraa 44ffaan Adabaabayii Itiyoo-Kuubaatti kabajame.

50

Gurraandhala 26/2014 (TOI) – Guyyaan yaadannoo injifannoo Karramaarraa 44ffaan magaalaa Finfinnee Adabaabayii Itiyoo-Kuubaatti kabajame.

Ayyaanicharratti Hoggantoonni Raayyaa Ittisa Biyyaa duraanii, dargaggoonni fi hawaasni magaalichaa argamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015