Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Ariifachiisaa 3ffaa gaggeessaa jira.

72

Finfinnee, Gurraandhala 15/2014 (TOI) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Ariifachiisaa 3ffaa geggeessa jira.

Waliga'icha irratti Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad gaaffii miseensoota mana marichaarra ka'uuf deebiifi yaada ni kennuu jedhameera.

Miseensonni mana marichaa haga ammaatti dhimmoota nageenyaa,Qaala’iinsa jireenyaa, siyaasaa, hariiroo dippiloomaasii fi hawaasummaarratti gaaffii dhiyeessaaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015