Itoophiyaa fi Siloveeniyaa damee barnootaa, Qonnaafi Dippilomaasiin walitti dhufeenya isaanii caalaatti cimsuuf walii galan.

48

Gurraandhala 10/2014(TOI) - Itoophiyaa fi Siloveeniyaa damee barnootaa, Qonnaafi Dippilomaasiin walitti dhufeenya isaanii caalaatti cimsuuf walii galan.

Yaa'ii Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaa irraatti hirmaachuuf Beeljiyeem Biraasilitti kan argaman Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad yaa'ichaarratti hirmaachuun cinaatti yaa'icharratti hirmaachaa kan jiran Ministira muummee Siloveeniyaa Janeez Jaansaa waliin mari'ataniiru.

Marii kanarratti kan hirmaataan deetaan ministira Tajaajila Kominikeeshinii mootummaa Salaamawit Kaasaa Rippoortera TOI bakkichatti argamutti dhimmoota hoggantoonni lameen irraatti mariyataan himaniiru.

Akka isaan jedhanitti michummaan Itoophiyaa fi Silooveeniyaa haala caalaatti cimsuun danda'amuufi qindoominaa guddina dinagdee biyyoota lamaanii caalaatti haalaa cimsuun danda'amurratti mari'ataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015