Mariin Ministirri Muummee doktar Abiyyi Ahmad hoggantoota Gamtaa Awuuroppaa waliin taasisan bu’aa qabeessaa jedhame.

61

Gurraandhala 10/2014(TOI) - Mariin Ministirri Muummee FDRI doktar Abiyyi Ahmad hoggantoota Gamtaa Awuuroppaa waliin taasisan bu’aa qabeessaa tahu Deetaan Ministira Tajaajila Koomunikeeshini Mootummaa Aadde Salaamaawit Kaasaa beeksisan.

Ministirri Muummee FDRI doktar Abiyyi Ahmad, Pireezidaanti Mana Maree Gamtaa Awurooppaa Chaarlas Misheelfi Komishinara deeggartoota Idil-Addunyaa Gamtichaa Yuuttaa Harpilaayinan waliin Beeljiyeem, Biraasalsitti mari'ataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015