Jilli Pireezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Galaanitti Dhaabbata raabsaa 'Boba'aa Afrikaa' eebbisiise.

71

Finfinnee, Amajjii 28/2014 (TOI) - Jilli Pireezdaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Magaalaa Galaanitti Dhaabbata raabsaa 'Boba'aa Afrikaa' eebbisiiseera.

Dabalataanis Warshaa Qorqorroo Adaamaa damee Galaan eebbisiiseera.

Pireezdaant Shimallis haasaa taasisaniin akka naannoo Oromiyaatti bara kana invastaroota kuma 3 fi 500 hojiitti bobbaasuuf hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.

Qonnaan bultootaa fi Horsiise bultoota gara invastimantiitti galchuuf hojii bal'aan hojjetamaa jiraachuu kaasaniiru. @FBC

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015