Ministirri Muummee Chaad Paahimii Paadaakee Finfinnee galan.

59

Amajji, 27/2014(TOI) - Ministirri Muummee Chaad Paahimii Paadaakee Finfinnee galan.

Wayita Finfinnee buufata Xiyyaara Idil Addunyaa Boolee gahanis Ministirri Jalliisiifi Naannawawwa Gammoojjii Injinar Ayisha Mahaammad, Ministir De’eetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoofi hoggantoonni mootummaa olaanoon simatamaniiru.

Yaa’iin gaggeessitoota Gamtaa Afriikaa 35fa mata duree “Humna sirna nyaataa Ardii Afriikaa ijaaruun, misooma humna namaa, dinagdeefi hawaasummaa ariifachiisa” jedhuun bor eegala.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015