Maqaan Kaadhimamtoota Komishinara Komishinii maree biyyaalessaaf eeramanii 42 ifoome - ENA Afaan Oromoo
Maqaan Kaadhimamtoota Komishinara Komishinii maree biyyaalessaaf eeramanii 42 ifoome

Amajjii 27/2014 (TOI) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa ummanni yaada akka itti laatuuf maqaa Kaadhimamtoota Komishinara Komishinii maree biyyaalessaa 42 ifoomse.
Haaluma kanaan :-
- Dooktar Baddiluu Waaqjiraa
2.Proofeesar Afawarqi Baqqalaa Simanyi,
- Obbo Zagayyee Asfaaw Abdii,
- Ambaasaaddar Taaddalach Hayilemikaa’eel
- Proofeesar Xilahuun Tashoomaa,
- Obbo Hayilee Gabree Sulee
- Proofeesar Baayyee Yimaam,
- Dooktar Samiir Yeesuuf,
- Dooktar Abdiisaa Zaraay Beemaanoo,
- Proofeesar Haabtaamuu Wandimmuu,
- Obbo Gammachuu Duubbisoo Guddinaa,
- Obbo Saamu’eel Xaasow Tafarraa.
- Ambaasaaddar Mu’iiz Gabrahiyiwat Waldasillaasee,
14.Obbo Ahimad Huseen Mahaammad,
- Proofeesar Masfin Aarayaa,
- Dooktar Abarraa Dheereessaa,
- Aadde Hiruut Gabrasilaasee Odaa
- Ambaasaaddar Mahaammad Diriir,
- Obbo Nigusuu Akliilu,
- Proofeesear Yaa’iiqoob Arsaanoo,
- Obbo Tasfaayee Habiisoo,
22.Dooktar Ayifoorit M/Diyaasin
- Proofeesar Kiflee Waldamikaa’eel Hajatoo,
24.Dooktar Tagenye Warqi Geexuu Mangashaa,
- Proofeesar Kaasahuun Birihaanuu Alamuu,
- Obbo Abaataa Kishoo Horaa,
- Dooktar Daawwiit Yoohaannis,
- Proofeesar Hizqiyaas Asaffaa,
- Dooktar Taakkalaa Sabbooqaa,
- Injiinar Geetuhuun Huseen Shikur,
31.Proofeesar Baqqalaa Guutamaa Jabeessaa,
- Proofeesar Daani’eel Qixaw,
33.Aadde Zanabawarq Taaddasaa Maarqoos,
- Obbo Ibraahiim Muluushawaa Isheetee,
- Proofeesar Zakaariyaas Qana’aa Tasgaraa,
- Obbo Malaakuu Waldamaariyaam,
- Dooktar Yoonaas Adahee,
38.Dooktar Wadaajoo Waldagiyoorgis
39.obbo Andaargaachow Asaggid,
- Dooktar Mulgeetuu Aragaawwii,
- Dooktar Naggaallinyi Birihaanuu Baayyee
- Looreet Proofeesar Xirusaw Tafarraa ta’uu isaanii manni marichaa ifoomseera.
Akkaatuma kanaan namoonni yaada qaban har’aa eegalee hanga Gurraandhala 1, 2014tti yaada isaanii karaa Fuula Mana Marichaa http://www.hopr.gov.et/am/web/guest/dialog-candidate laachuu kan danda’an ta’uu ibseera.