"Walitti dhufeenyi Somaaliyaafi Itoophiyaa cimee itti fufa"

58

Amajji,19/2014(TOI) - Ministirri dhimma alaa fi qindoomina Addunyaa Somaaliiyaa Abdiisayid Alii Walitti dhufeenyi Somaaliyaafi Itoophiyaa cimee itti fufa jedhan.

Itti aanaa Ministira Muummee fi ministirri dhimma alaa FDRI obbo Dammaqaa Mokonnii
Ministirri dhimma alaa fi qindoomina Addunyaa Somaaliiyaa Abdiisayid Alii waajjira isaanitti simataanii dubbisaniiru.

Dhimmoota waloo biyyoota lamanii fi haala waqtaawaa Itoophiyaarrattis mari'ataniiru.

Qindoomina ergama humna nagaa eegdota Itoophiyaa Somaaliiyaatti humna nagaa eegdota Afrikaa keessaatti bahaa jiranis haala cimsuun danda'amurratti mari'ataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015