Daandiin qileensichaa hirmaattota yaa’ii gamtaa Afrikaaf gatii tikeettii hanga %15 hir’isuu ibse. - ENA Afaan Oromoo
Daandiin qileensichaa hirmaattota yaa’ii gamtaa Afrikaaf gatii tikeettii hanga %15 hir’isuu ibse.
54
Amajjii 18/2014 (TOI) – Daandiin qilleensa Itoophiyaa hirmaattota yaa’ii hoggantoota gamtaa Afrikaa Finfinneetti geggeeffamu irratti hirmaachuuf gara Itoophiyaa dhufaniif gatii tikeettii hanga %15 hir’isuu ibseera.