Naannoon Kibbaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa Biirrii miiliyoona 15 taasiise - ENA Afaan Oromoo
Naannoon Kibbaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa Biirrii miiliyoona 15 taasiise
64
Amajjii 12/2014 (TOI) – Naannoon Kibbaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa maallaqaa Biirrii miiliyoona 15 fi akaakuun Birrii miiliyoona 5 baasu taasiise.
Deeggarsicha Jilli Pireezdaantii Naannoo Ummattoota Kibbaa obbo Ristuu Yirdaan durfamu kan mootummaa naannoo somaleetti kenneera.
Pireezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad deeggarsa taasiifameef mootummaa fi ummattoota naannoo Kibbaa galateeffataniiru.