Gondoritti bakki ayyaanni cuuphaa itti kabajamy Atsee Faasiil Ximqat baahir akka jedhamu murtaa'e.

94

Pireezidantiin naannoo Amahaaraa doktar Hiliqaal Kaffaaloo,gaaffii manni Amantaa Tawaadoo Ortodokisii dhiheesseen bakki ayyaanni cuuphaa magaalaa Gondoritti kabajamu har'a irraa jalqabee "Atsee Faasiil ximqat baahiir" akka jedhamee moggaafamu mootummaan naannoo Amahaaraa murteesseera jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015