Lammiilee sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsi Birri Miliyoona 15 taasifame.

90

Amajji 07/2014(TOI) - Mana Amantaa Ortoodooksi Tawaahidoo Itoophiyaatti, Manni Amantaa Kiristaanaa Kutaa Magaalaa Boolee, lammiilee sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birri Miliyoona 15 taasisuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Habeebee himan.

Deeggarsa taasistaniif maqaa lammiilee miidhamaniifi rakkoof saaxilamaniin galateeffachaa, nutiis naannoolee lameenitti deeggarsa deebiisani dhaabu calqabame amanummaaan kan hojiirra olchinu ni mirkaneessinaa jedhan Aadde Adaanach karaa feesibuukiisaaniin beeksisaniin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015