Oromiyaatti guyyota 45 itti aanan keessatti hojiin kunuunsa naannoofi biyyee bifa addaan raawwata jedhame.

90

Mudde 25/2014(TOI)- Oromiyaatti guyyota 45 itti aanan keessatti hojiin kunuunsa naannoofi biyyee bifa addaan raawwata jedhame.

Guyyoota 45'n itti aananitti hojiin kunuunsa naannoofi biyyee Naannoo Oromiyaatti 'Taajila lammummaan' kan raawwatu tahuu Pirerzidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimmallis Abdiisaa ibsan.

Oromiyaatti hojiin eegumsa biyyee,misooma sululaa,kunuunsaafi eegumsa naannoo ciminaan kan raawatamu tahuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa karaa Twiitara isaaniitiin ergaa dabarsaniin eeraniiru. @OBN

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015