Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Mana Kitaabaa Abrihoot eebbisiisaan - ENA Afaan Oromoo
Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad Mana Kitaabaa Abrihoot eebbisiisaan

Finfinnee, Muddee 23, 2014 (TOI) -Muummeen Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad mana Kitaabaa Abrihoot eebbisan.
Manni Kitaabichaa yeroo tokkotti namoota kuma 2 ol keessummeessuu danda’a jedhame.
Kitaabilee miiliyoona 1.4 ol qabachuu akka danda'us ibsameera.
Suuqiwwan gurgurtaa kitaaboolee 8 kan qabu yoo ta’u,ijaarsi isaa baatiiwwan 18 keessatti xumuramuu ibsameera.
Ijaarsa isaaf Birriin biiliyoonni 1.1 baasii ta’uu fi lafa karee meetira kuma 19 irra qubachuu isaa himameera.
Kitaabilee waraqaa maleessa kuma dhibba 2 fi kuma 40, barreeffamoota qorannoo kuma dhibba 3 kan hammate ta'uu himameera.