Haala nageenyaa duula birmadummaa biyyaa kabachiisuun argame kana jabeeffachuun misoomaa biyya keenyaa ariifachiisuu qabna jedha.

57

Mudde, 22/201(TOI) - Af- ya'iin mana maree naannoo Sidaamaa aadde Faantaayee Kabbadaa ,Haala nageenyaa duula birmadummaa biyyaa kabachiisuun argame kana jabeeffachuun misoomaa biyya keenyaa ariifachiisuu qabna jedha.

Yaa’iin idilee marsaa 6fa bara hojii 1fa mana maree Naannoo Sidaamaa har’a eegala.Yaa’ichi guyyoota sadiif kan gaggeeffamu ta’uu Af Yaa’iin mana marichaa Aadde Faantaayee Kabbadaa himaniiru.

Yaa’ichaan karoorri waggaa 10 dhiyaatee ni raggaasifama jedhameetu eegama jedhaniiru.Yaa’ichaan qaamoleen mootummaa sadan karoora bara 2014fi danbii naamusaa mana marichaa qoratee akka raggaasisu ibsaniiru.Muudama miseensota koree dhaabbiifi hir’atan kan raggaasisu ta’uu ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015