Waltajjiin Biyyaalessaa hariiroo raawwachiistota seeraa mootumma Federaalaa fi Naannolee magaalaa Samaraatti eegalame.

79

Finfinnee, Muddee 16/2014 (TOI) - Waltajjiin Biyyaalessaa hariiroo raawwachiistota seeraa mootummoota Federaalaa fi Naannolee magaalaa Samaraatti eegalameera.

Ministirri Muummee FDRI doktar Abiy Ahimad, Ittaanaa Ministira muummee fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin fi pireezdaantonni naannolee waltajjicharratti ni argamaniiru jedhameera.

Waltajjiin kun kanaan dura Magaalaa Bahaar daaritti geggeeffamee ture.

Waltajjii ammaa kanaan duula birmadummaa biyyaa kabachiisuu ilaalichisuun hojiiwwan hojjetama ni gamagama jedhamee eegama.@EBC

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015