Mariin 'Addis Wagii' 'Birmadummaa Eeguu,Guddina ,Mirkaneessuu'' Mata duree jedhun geggeeffamaa jira. - ENA Afaan Oromoo
Mariin 'Addis Wagii' 'Birmadummaa Eeguu,Guddina ,Mirkaneessuu'' Mata duree jedhun geggeeffamaa jira.
Mudde, 14/2014(TOI) - Mariin 'Addis Wagii' 'Birmadummaa Eeguu,Guddina ,Mirkaneessuu'' Mata duree jedhun irratti Waajjirri Ministeera Muummee Guyyaa har'aa mari'achaa jira.
Marii kana irratti Ministiirri Ministeera Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa Dr. Laggasee Tullee,Ministiirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee,Deetaan Ministeera Dhiima Alaa Ambaassaaddar Reedawaan Huseen yaada kan dhiyeessan yoo ta’u,Gorsaan Ministeera Muummee Daani’eel Kibirat immoo waltajjicha mariisisuu irratti argamu.
Waajjira Ministeera Muummee Irraa.