Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad lammiilee Itoophiyaa gara biyyaa dhufaniif ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsaniiru.

59

Mudde 07/2014(TOI) - Ministirri Muummee Itoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad lammiilee Itoophiyaa, dhalattootaa fi michuuwwan biyyattii gara biyyaa dhufaniin ergaa baga nagaan dhuftanii dabarsaniiru.

Ministirri Muummeen Itoophiyaa Dr.Abiyyi Ahimad yeroon kun yeroo Ayyaana waggaa ta'uu isaa eeruun, Hawaasni Dippiloomaatotaa Itoophiyaatti argaman Ayyaanicha maatii isaanii waliin kabajuuf deemaa akka jiran Fuula Tiwiitarii isaanirratti ibsaniiru.

Haaluma kanaan’’Nutis Duula Guddicha Gara Biyyaa Koottaa jedhuun, Lammiilee Itoophiyaa Biyyoota Hambaatti argamtaniin Baga Nagaan Dhuftan Isiniin jennee isin simannaa’’ jedhanii jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015