Oduu ammee‼‼

Sadaasa,24/2014(TOI)-Magaaloonni Mahaal meedaa, Caffaa roobiit, Harbuu fi makooy garee shororkeessaa ABUT irraa bilisa bahan.

Raayyaan Ittisa Biyyaa fi humnoonni nageenyaa Ministirrii Muummee FDRI doktar Abiy Ahimadiin durfamu bakkeewwaan garee shororkeessaa ABUT weraraamanii turan Magaaloonni akka Mahaal meedaa, Caffaa roobiit, Harbuu fi makooy garee shororkeessaa ABUT irraa bilisa bahan.

Humnoonni nageenyaa qindoomanii garicha haleelaa jiran kun humna garichaa baqatee bittinna'ee funaanaa jira.

Kanneen baqachaa jiraniis meeshaa waraanaa fi qabeenyaa saamee fudhatee akka hin baaneef uummanni daandii cufee harka keennachiisuu kanneen didaan irraatti immoo tarkaanfii akka fudhatu waamicha dhiiheessera.

Naannoo kee eegi
Gara adda waraanaatti duuli
Raayyaa ittisa biyyaa deeggari

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015