Finfinneetti dhaabbileen garaagaraa Birrii miiliyoona 18 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan - ENA Afaan Oromoo
Finfinneetti dhaabbileen garaagaraa Birrii miiliyoona 18 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Sadaasa 22/2014 (TOI) - Finfinneetti dhaabbileen garaagaraa magaalaa Finfinneetti argaman deeggarsa garaagaraa walitti qabaa turan Raayyaa Ittisaaf dabarsanii kennaniiru.
Biiroon Dhimma Dubartootaa, Daa’immanii fi Hawaasummaa Birrii miiliyoona 12, Ejansiin Nyaataa Birrii miiliyoona 5.5 fi Hadholiin ejensicha jala jiran Birrii kuma dhibba 5 deeggarsa taasiisaniiru.
- Naannoo keessan eegaa!
- Gara adda waraanaatti duulaa!
- Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!