Eyyamni Dhaabbata Gidduugala Misooma Nageenyaa jedhamuu haqame

53

Sadaasa,17/2014(TOI) - Marii tibana biyya diiguuf dhoksaatiin namoonni akka Pirofesar Efrem Yisahaaq, Illeenii Gabramadin, shororkeessicha Biraanee Gabrakiristoosfi waltajji marii biyyaa diiguu kan qopheessef Gidduugalli Misooma Nageenyaa eeyyamnisaa haqamera.

Gidduugalli kun tibana mariisisummaa Pirofesar Efreemiin ambasaaddaroota Ameerikaa duraaniifi miseensota shororkeessicha ABUT waliin karoora biyya diiguurratti mari’achaa turan.

Labsii yeroo ariifachisaa bu’ura keeyyata 4 keeyyata xiqqaa 9tiin ajajni labsichaa dhimmoota birmadummaa biyyaa akkaumas lammiilee nagaa eeguuf barbaachisa jedhe amanu, kallattiinis ta’e alkallattiin eeyyama dhaabbata waldaa siivilii haquu ni danda’a.

Haaluma kanaan eeyyamni gidduugalicha haqameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015