Lammii Kuraatti meeshaaleen waraanaa adda addaa qabaman

110

Sadaasa, 14/2014(TOI) - Finfinnee, Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti sakatta'a mana jireenyaa ilma obboleessa Siyyee Abrahaa, Birihaana Fissahaatti taasifameen:
• Moombii 5
• Kilaashii 1 rasaasa 150 wajjin
• Kaaznaa 5
• Uffata seeraa raayyaa ittisaa 2
• Reenharii Sudaan 1
• Jaakkettii fiildii Ertiraa
• Uffata faaktii magariisaa 1
• T-shartii filannoo suuraan Siyyee Abrahaa irra jiru 20
• Hidhannoo 1
• Ingibii 2
• Saanjaa 1
• Chaappaa 1
• Siim kaardii 7
• Ilkaan arbaa 1
• Sanadoota marii marii
• Kaaseetota
• Gabateewwan (taargaa) alaa 1fi Finfinnee 2 to'annoo jala oolaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015