Deenmaark deeggarsa namoomaaf kan ooluu doolaraa Ameerikaa miiliyoona 4.5 Itoophiyaaf taasifte

57

Finfinnee, Sadaasa 13/2014 (TOI)- Deenmaark deeggarsa namoomaaf kan ooluu doolaraa Ameerikaa miiliyoona 4.5 Itoophiyaaf taasifteetti.

Deeggarsichi lammiilee sababa waraanaatiif miidhamanii deeggarsi namoomaa aarifachiisan isaan barbaachisuuf kan ooluu ta’u ragaan Itoophiyaatti Imbaasii Deenmaarkirraa argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggara!

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015