"Jiddu seentummaa dhimma Itoophiyaa keessa galuuf taasifamu kamiyyuu Dimookiraatik Rippabilik Koongoon ni morimiti"

62

Finfinnee, Sadaasa 11/2014 (TOI)-Jiddu seentummaa dhimma Itoophyaa keessa galuuf taasifamu kamiyyuu Dimookiraatik Rippabilik Koongoon ni mormiti jedhan Ministirri dhimma alaa Diimokiraatik Rippabilik Koongoo.

Itti aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin Ministira dhimma alaa Dimookiraatik Rippabilik Koongoo Kirstoofee Litunduulaa waliin mari’ataniiru.

Marichanis kutaa Kaabaa Itoophiyaatti walitti bu’iinsa muudate furuuf Dimookiraatik Rippabilik Koongoo fi Gamtaan Afrikaa shooraa qaban irratti mari’ataniiru.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015