Magaalaa Finfinneetti dargaggoonni kuma 2 ol ta'an haala yeroorratti mari'ataa jiru.

69

Sadaasa 04/2014(TOI) - Magaalaa Finfinneetti dargaggoonni kuma 2 ol ta'an haala yeroorratti mari'ataa jiru.

Kutaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee hundarraa kan walitti dhufan dargaggoonni kuma 2 ol ta'an haala yeroorratti mari'achaa jiru.

Marii kanarratti hoggantoonni olaanoo Federaalaa, Magaalaa Finfinnee fi keessummooti afeeraman himaataa jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015