Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Asxaa Isaa Jijjiire

88

Finfinnee, Sadaasa 2/2014 (TOI)- Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Asxaa isaa har’arraa kaasee jijjiiruu beeksiseera.

Asxaan Ministeerichaa duraanii har’arra eegalee Asxaa haaraan jijjiirramuu ragaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaarra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015