Dargaggoonni Magaalaa Dasee qabsoo garee shororkeessaa ABUT dhabamsiisuuf Raayyaan Ittisa Biyyaaf dahoo tahuu isaanii mirkaneessan. - ENA Afaan Oromoo
Dargaggoonni Magaalaa Dasee qabsoo garee shororkeessaa ABUT dhabamsiisuuf Raayyaan Ittisa Biyyaaf dahoo tahuu isaanii mirkaneessan.

Onkololeessa 16/2014 (TOI) - Dargaggoonni Magaalaa Daseefi naannawwaa ishee raayyaa Ittisa biyyaa garee shororkeessaa haleelun seenaa hojjechaa jiruuf dahoo ta'uuf gara dirree waraanaatti imaaluf qophiirra jiraachuu hiriiran agarsiisaniiru.
Hiriira kanarratti dargaggooni magaalichaa, Faannoo fi jiraattoonni magaalicha argamaniiru.
Hiriira kanaanis garee shororkeessaa ABUT fi Shanee adda uumuun biyya diiguuf socho'an balaaleffataniiru.
Dhumni shororkeessaa ABUT dachee Walloo ta'as jedhaniiru
Hiriira kanaan deeggarsa humnoota nageenyaa garee shororkeessaa kana dhabamsiisuuf qabsa'aa jiraniif deeggarsa qabanis ibsaniiru.