Yunaayitid Arab Imireet Ministeera fayyaatiif ambulaansoota 50 gargaarsaan kenne.

56

Onkoololessa 09/2014(TOI)- Yunaayitid Arab Imireet Ministeera fayyaatiif ambulaansoota 50 gargaarsaan kenne.

Ministirri Fayyaa Dr.Liyaa Taaddasa Ambulaansota kanneen Itoophiyaatti ambaasaddara Yuunayit Imereet ambaasaaddar Mahaamad Alrashiid harkaa fuudhaniiru.

Deeggarsa Itoophiyaaf Yuunayit Imeeret taasifameefis Dr. Liyaan galateeffataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015