Pireezdaanit Saahilawarq Miseensota dhaabbata Beneefiit Korporeeshin Foor Afrikaa fi gaggeesitoota Ejensii Hojii Gamtaa Federaalaa waliin mari’atan

58

Finfinnee, Fulbaana, 30/2014 (TOI)- Pireezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Miseensota dhaabbata Beneefiit Korporeeshin Foor Afrikaa (BCA) jedhamuu fi gaggeesitoota Ejensii Hojii Gamtaa Federaalaa waliin mari’ataniiru.

Haala hojii dhaabbanni Beneefiit Korporeeshin Foor Afrikaa hojiilee waldaa gamtaas ta’e qonnaan bultoota sadarkaa gadi aanaarra jiran waliin ta’uun oomisha isaanii gabaa alaaf dhiyeessuurratti karoora qabatee jiru ilaalchisee ibsa laataniiru.

Dabalataanis qonnaan bultoonni gatii oomisha isaanii madaalu akka argataniif tattaaffii dhaabbatichi taasisu irratti ibsa kennuu isaanii ragaan waajjira pireezdaantiirraa argame ni muul’isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015