Pirezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayardiit Finfinnee galan.

61

Finfinnee,Fulbaana 24/2014(TOI) - Pirezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayardiit Finfinnee galan.

Sirna hundeeffama Mootummaa haaraa guyyaa har'aa qophaa'e irratti keessummoonni biyyoota gara garaa Itoophiyaa seenaa jiru.

Jilli hooggansa mootummaa Itoophiyaa Dr. Injiinar Geetaahun Makuriyaan durfamu Pirezidaanticha simateera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015