Aaanaaleen Amuuraafi Gullinaa ABUT irraa bilisa ta'a.

Finfinnee,Qaammee 02/2013(TOI)- Humni Addaafi milishaan Naannoo Affar garee shoroorkeessaa TPLF irraa Aaanaalee Amuuraafi Gullinaa gadii lakkisiisuu ibsame.

Gareen shooroorkeessaa TPLF kaleessa Godina Fantii Raasuu Aanaa Uwwaa humna Addaafi milishaa Naannoo Affariin kan gadii lakkise yoo tahu, guyyaa har’aa ammo godinichatti aanaalee Awuuraafi Gullinaa akka gadii lakkisuu taasifamuu ragaan Biiroon Dhimmoota Koomunikeeshiini naannichaa irra argame ni mul’isa jechuun EBC gabaasera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015