Haala waqtawaa jiru dawoo godhachuun kanneen burjaajiin taasxii akka hin umameen qophiin gahaan taasifameera.

55

Finfinnee, Hagayya 17/2013 (TOI) - Haala waqtawaa jiru dawoo godhachuun kanneen burjaajiin taasxii akka hin umameen qophiin gahaan taasifamuu Ministeerri galiiwwanii beeksiseera.Dhabbileen tokko tokko haalaa biyyi keessa jirtu dahachuun burjaajii Taaskii raawwachaa jiran akka jiran baramuu himameera.

Yakka kana ittisuuf ministeerichi poolisii Federaalaa fi abbaa alangaa waliin hojjechaa jiraachuu himan.

Dhaabbileen akka kana kun Juntaarra adda baasuun kan hin ilalaalame waan ta'eef seeratti dhiheessuuf deetaan ministeera Galiiwwanitti hogganaan seera taaskii obbo Zawuudee Tafarraa himaniiru.

Gama biroon hojjetoonni ministeerichaa raayyaa ittisa biyyaaf miindaa ji'aa isaanirraa birrii miiliyoona 77.6 gargaarsaa kan kennaan yoo ta'u, dhiigas arjoomuu isaanii ragaan Ministeericharra argame ni muli'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015