Jilli Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti qophaa'erratti hirmaachaa ture Finfinnee gale - ENA Afaan Oromoo
Jilli Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti qophaa'erratti hirmaachaa ture Finfinnee gale
81
Finfinnee, Hagayya 17/2013 (TOI)- Jilli Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti qophaa'erratti hirmaachaa ture Finfinnee gale
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti dorgomamaa tureen gareen Itoophiyaa Meedaaliyaa 12 argachuun addunyaarraa sadarkaa 4ffaan xumuraniiru.
Jilli kun wayita Buufata Xayyaara Idil Addunyaa Boolee yoo gahu simannaan taasifamefira.