Dooktar Abiy Ahimad Ummata Itoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa agarsiisan galateeffatan - ENA Afaan Oromoo
Dooktar Abiy Ahimad Ummata Itoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa agarsiisan galateeffatan
49
Finfinnee, Hagayya 14/2013 (TOI)- Ministirri muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kutaa biyyatti hundaatti uummata Itoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa agarsiisan galateeffataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad fuula Twiitara isaaniin erga dabarsaniin, eegdoota Ityoophiyaa deeggarsa isaanii hojii agarsiisuun tokkummaan dhaabbataniif hunda galateeffataniiru.