Deebiin Uummaanni Waamichaa Duula Birmadummaa biyyaa eegsisuuf kenne kan nama boonsuu jedhame

72

Finfinnee,Hagayya 10/2013(TOI) -Deebiin Uummaanni Waamichaa Duula Birmadummaa biyyaa eegsisuuf kenne kan nama boonsuu jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa Obbo Aganyahu Tashaagar.

Obbo Aganyahu Tashaagar haala waaktawaa irratti ibsa kennaa jiru.

Obbo Aganyahu ibsa kenna jiraniinis Deebii Uummaanni waamichaa duula birmadummaa biyyaa eeggsisuuf kenne kan namaa boonsuu jedhan.

Duula taasifamaa jiru irrattis Gooticha Raayyaa Ittisaa Biyyaa dabalate dargaggoonni,Fannoon,miseensoonni duraanii Raayyaa Ittisaa Biyyaa irraa hiriiraniifi uummataa Amaaraafi Itoophiyaa deeggarsa taasisaa jiranis galateeffataniiru.

AMC

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015