Af Yaa’iin Mana Maree kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Raayyaa Ittisaatti makaman

76

Finfinnee, Adooleessa 16/2013 (TOI) - Magaalaa Finfinneetti Af Yaa’iin Mana Maree kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo aadde Geexiituu Siisaay Raayyaa Ittisaatti makamaniiru.

Guyyaa boruu gara adda waraanaatti imala eegaluuf Raayyaa Ittisaatti makamuu isaanii dubbataniiru.

Ijoollee guddisuun kan danda’amu biyyi nagaa yoo taate qofa jedhan.Aadde Geexiixttu kana dura miseensa raayyaa ittisaa ta’anii tajaajilaa turaniiru.Maddi:-DhPI

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015