Talaalliin Covid-19 Ameerikaan Itoophiyaaf deeggarsa taasiftee dooziin kumni 453 fi 600 Finfinnee ga’e

62

Finfinnee, Adooleessa 12/2013 (TOI) – Taalalliin Covid-19 "Jonson and Jonson” jedhamu doozii kumni 453 fi 600 Ameerikaan Itoophiyaaf deeggarsaan laatte Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Buufata Xiyyaaraa Idil addunyaa Booleetti argamuun Itoophiyaatti Ambaasaadara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin walharkaa fuudhiinsa taasiisaniiru.

Talaalli Covid-19 Ameerikaan Itoophiyaaf deeggarsa taasisftee Kan jonsaan enda Joonseen jedhamu yoo ta'u deeggarsa taasisuuf kan waadaa galamee doozii miiliyoona 1.2 keessa doozii kuma 453 fi 600 har'a Finfinnee gahee wal harkaa fuudhinsii taasifameera.

Ameerikaan torbanoota dhufan keessa Talaalli Covid-19 Doozii miiliyoona 25 biyyoota Afrikaa 49 deeggarsaan keennuuf akka jirtu beekameera.

22

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015