Itiyo- Teeleekoom Magaalaa Gondoritti tajaajila Intarneetii 4G eegalchiisee jira.

87

Finfinnee, Adooleessa 3/2013 (TOI)- Itiyo- Teeleekoom Magaalaa Gondoritti tajaajila Intarneetii 4G eegalchisee jira.

Jiraattoonni Magaalaa Gondorii fi Dabrataaboor kuma 361 ta'an fayyadamoo akka ta'an himameera.

Itiyoo Teeleekoom baatiiwwan shan keessaatti magaaloota 67 fayyadamoo 4G taasisuu ibseSirna kana irraatti Hoji Raawwachiiftuun Itiyoo Teeleekoom aadde Fireywoot Taammiruu, Kantiibaa Magaalaa Gondor fi kanneen waamichi taasifameef argamaniiru.

Magaaloonni Dabra Taaboorii Gondaar har’arra eegalee tajaajila 4G fayyadamoo akka ta’aan aadde Fireywoot himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015