Godina Baalee bahaa aanaa Laga Hidhaatti buufanni humna elektirikaa Soolaarii 2 eebbifame

90

Finfinnee, Caamsaa 27/2013 (TOI)- Godina Baalee bahaa aanaa Laga Hidhaatti buufanni humna elektirikaa Soolaarii hojjetu lama eebbifameera.

Piroojektoonni kun sagantaa Ifa hundumaaf jeshamuun akka hojjetamee himameera.Sirna eebbichaarratti Pireezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaa fi Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injinaar Silashii Baqqalaa dabalatee hoggantoonni mootummaa biroon argamaniiru.

Buufanni humna ibsaa eebbifaman kun waliigalaan aannisaa kiloo waattii 950 maddisiisuu jedhameera.

Jiraatoota Aanichaa kuma 20 ta'aaniif tajaajila ni laatu jedhamera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015