Waldaa Misooma Oromiyaa damee Finfinnee cimsuudhaaf sagantaan galii walitti qabu qopha'ee har'a xummurama - ENA Afaan Oromoo
Waldaa Misooma Oromiyaa damee Finfinnee cimsuudhaaf sagantaan galii walitti qabu qopha'ee har'a xummurama

Finfinnee,Caamsaa 27/2013(TOI) - Waldaa Misooma Oromiyaa Damee Finfinnee cimsuudhaaf sagantaan galii walitti qabamaa ture har'a xumurame.
Xumura sagantaa kanaaf sirna Paarkii Tokkumaatti qophaa'e irratti Pireezedaanti Saahilaworqi Zawdee, Ministira Muummee Dr. Abiyyi Ahmad, Ministira Muummee Itti Aanaa Dammaqaa Mokonnin, Af-Yaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo,Itti aantuu Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee, Pireezidaantiin Baankii Misooma Afrikaa Akiinwumii Adeesiinaa, dabalatee angaa’oonni Motummaa Fedeeraalaafi Naannnoo biros argamaniru.