''Yoo ida’amne ni jabanna’’

77

Finfinnee,Bitooteessa 24/2013(TOI)- ''Itoophiyaan biyyaafi mana hunda keenyati!

‘’Biyya tokkoo keessatti garaagarummaan yaada ni jiraata.Garaagarummaan yaada abaarsa miti.

Garagaarummaan akkuma jirutti ta’ee waldhaggeeffachuufi qajeelfamarratti hundoofne waliigalu yoo dandeenye garaagarummaan yaada eebbaa nuu fide dhufa.

Falmii yaada keessa furmaanni jira.walgargaarsa keessa humni jira.Yoo ida’amne ni jabanna.

Tokkummaan rakkoon hin furree hin jiraatu,biyya ijaara. Yaadni kiyyaa yoo mo’uu baate du’een argama jechuun garuu biyyaa dhaabu mitii,maatiiyyuu ni diiga. Kan qabnu Itoophiyaadha,ilaalcha siyaasa kamirrayyuu tokkummaan biyyaleessaa ni caala.

Tokkummaa jechuun garuu gosa tokkoo jechuu akka hin taane jala sararamuu qaba. Tokkummaan keenya garaagarummaa keenya kan hammate, heddumina keenya sabdaneessummaan kan calaqqisisee ta’uu qaba.

Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad waggaa sadeen har’aa Bitootessa 24,bara 2010 sirna yaadannoo angootti dhufuusaanirratti hasawaa taasisan keessa kan fudhatame

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015