Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasise

63

Finfinnee, Gurraandhala 19/2013 (TOI)- Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasisuu beeksise.

Bulchiinsi magaalichaa hojii qabeenyaa dabalataa walitti qabu eegaluu ibseera.

Kan qabeenyicha walitti qabus koree dhaabbii hundeessuun gara hojiitti galchuu ibsameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015