Gamtaan Awurooppaa fi mootummaan Jarman Boordii Filannoo Biyyaalessaa konkolaattoota 22 gumaachan

75

Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (TOI) – Gamtaan Awurooppaa fi mootummaan Jarman Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaaf konkolaattoota 22 gumaachaniiru.

Sirni wal harkaa fuudhinsaa Konkolaattoota Haardi Tooppii 12 fi Piikaappiiwwan 10 bakka Walitti Qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessa Itoophiyaa Burtukaan Miidhagsaa argamanitti raawwateera.

Burtukaan Miidhagsaan Gamtaan Awurooppaa fi mootummaan Jarman deeggarsa taasiisaniif galateeffachuu isaanii ragaan Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaarraa argame ni agarsiisa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015