Dooktar Abiy Jastiin Turuudoo waliin maar'atan.

52

Finfinnee, Gurraandhala 18/2013 (TOI) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad gita isaanii Muummee Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin bilbilaan marii bu’aa qabeessa taasiisuu Fuula Feesbuukii isaanii ibsaniiru.

Dhimmootsa biyyaalessaa fi haala nageenya naannichaarratti mari’achuu eeraniiru.

Kaanaadaan deeggartuu Ityoophiyaa yeroo hundaa ta’uu ibsaniiru.

Hariiroo darbanirratti hundaa’uun tumsa biyyoota lamaanii caalmaatti ni cimsin jedhan Dooktar Abiy Fuula Feesbuukii isaaniin.

Dooktar Abiy marii jajjabeessaa fi bu’aa qabeessa taasiisaniif Ministircha galateeffataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015