Ji'a ja'atti meeshalee kontiroondii birri biiliyoona 1.98 tilmamuu ta'atamera.

67

Finfinnee, Gurraandhala 16/2013(TOI)-Ji’oota 6n darbanitti Meeshaaleen kontiroobaandii baasii fi galiirra Birrii biiliyoona 1.98tti tilmaamaan to’atamuu, Ministeerri Galiiwwanii beeksise.

Meeshaaleen qabamnis Qorichaa sammuu nama hadoochu,mallaqaa biyyoota garaagaraa, Albuuda ,Konkolatootaa,Uffata haaraafi meeshaalee Elektrooniksii ta’uu ministeerichi ibsera.

Kaneen keessaas birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 608fi kuma 582 fi 897 kan ta'uu meeshalee kontirobaandii fi mallaqaa biyyaa alaa seeraan ala socho'uu irraa kan argamee yoo ta'u, birrii miliyoona 379 fi kuma 632 fi 084 kan ta'uu immoo meeshalee kontirobaandii fi maallaqa biyya alaa osoo biyyaa baafamuu jiru kan qabamedha jedhamera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015