Jiraattoonni naannoo Ganbeellaa jijjiirama hooggansa Muummee Ministiraa FDRI doktar Abiy Ahimadiin dhufe deeggaruuf hiriira deegarsa ba’aniiru.

66

Finfinnee, Amajjii 28/2013 (TOI)- Jiraattoonni naannoo Ganbeellaa jijjiirama hooggansa Muummee Ministiraa FDRI doktar Abiy Ahimadiin dhufe deeggaruuf hiriira deegarsa ba’aniiru.

Jiraattonni kunneen humnoota farreen nageenyaa balaaleffachuun imalaa badhaadhinaafi jijjiramaa hoggansaa muummee ministiraa doktar Abiy Ahamadiin taasifama jiru cinaa dhaabachuu akka itti fufaan dhaaddonnoo isaaniin ibsaa turani.

Hiriira kanarratti magaalota Ganbeellaa fi naannoo isheerra kan waliitti dhufaan haawasni baal'inaan hirmaataniru.0People

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015