Qorichoonnii fi meeshaaleen yaalaa gareen ABUT dhaabbilee fayyaarraa saamuun dhoksee ture to'atame.

61

Finfinnee, Amajjii 22/2013 (TOI) –Qorichoonnii fi meeshaaleen yaalaa gareen ABUT dhaabbilee fayyaarraa saamuun dhoksee ture to'atamuu Qajeelchi Raayyaa Ittisaa beeksiise.

Qorichoonnii fi meeshaaleen yaalaa kunneen Loojistiiksii Hospitaala Meedikaalii Izzii Kaabaarraa kan saamame ta'uu ibsameera.

Qorichoonnii fi meeshaaleen yaalaa kun Gammoojji Tambeen iddoo addaa Guuroorroo jedhamee waamamuttim too'atamuu himameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015