Ingiliiz miidiyaa Itoophiyaaf deeggarsa ijaarsa dandeettii taasisuufi.

61

Finfinnee, Amajjii 20/2013 (TOI ) –Ingiliiz Itoophiyaa dabalatee miidiyaalee biyyoota Afrikaa birootti argamaniif deeggarsa ijaarsa dandeettii Paawundii miiliyoona 3 akka taasiftu beeksifte.

Gargarsa kanas karaa BBC miidiyaa akshiniin miidiyaa Itoophiyaa fi biyyoota Afrikaa biroo filatamanif odeeffannoo dogoggoraa akkamiin akka qoratamuu fi adda baasuun akka danda’amurratti daandeetti gargaaru ta’uu ibsameera.

Kaniis, odeeffannoo sirrii fi madaalawaan hawaasa bira akka ga’uuf ni gargaraa jedhameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015