Giifti Dureen aaddee Zinnaash Taayyaachew Magaalaa Gambeellaatti Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa ijaarsisaa turan eebbisan.

79

Finfinnee, Amajjii 14, 2013(TOI)- Giifti Dureen aaddee Zinnaash Taayyaachew Magaalaa Gambeellaatti Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa ijaarsisaa turan eebbisan.

Giifti Duree Zinnaash Taayyaachewu yeroo buufata xiyyaara Gambeellaa gahan Pireezidaantii Naaannoo Gambeellaa Umuud Ujuuluu fi hoogganttoonni olaanoo naannichaan simatamaniiru.

Giifti Dureen Zinnaash Magaalaa Gambeellaatti Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa ijaarsisaa turan eebbisiisaan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015