Waajjirri Muummee Ministira dhaabbilee pIroojektii ‘Maaddii Biyyaaf’ irratti hirmaachuun maallaqa galii taasisanii fi naga’ee erguun beeksisan galateeffate. - ENA Afaan Oromoo
Waajjirri Muummee Ministira dhaabbilee pIroojektii ‘Maaddii Biyyaaf’ irratti hirmaachuun maallaqa galii taasisanii fi naga’ee erguun beeksisan galateeffate.

Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (TOI)- Waajjirri Muummee Ministira dhaabbilee pIroojektii ‘Maaddii Biyyaaf’ irratti hirmaachuun maallaqa galii taasisanii fi naga’ee erguun beeksisan galateeffate.
Naannoo Oromiyaa – Birrii miiliyoona 70
Naannoo Gambeellaa – Birrii miiliyoona 11.7
Naannoo Hararii- Birrii miiliyoona 5
Naannoo Somaalee - Birrii miiliyoona 5
Naannoo Affaar – Birrii miiliyoona 4.7
Naannoo Amaaraa - Birrii miiliyoona 22
Naannoo Sidaamaa – Birrii miiliyoona 10
Naannoo Kibbaa - Birrii miiliyoona 50
Bulchiinsa magaalaa Finfinnee - Birrii miiliyoona 100
Naashinaal onlaayiin Itoophiyaa - Birrii miiliyoona 40
Korporeeshinii humna elektirikaa Itoophiyaa - Birrii miiliyoona 80
Baankii Biyyoolessaa Itoophiyaa - Birrii miiliyoona 13.7
Hayaat Riil Isteet - Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Abisiiniyaa Intagireet Stiil - Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Sa’id Yaasiin - Birrii miiliyoona 10
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Seentinaal Stiil – Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Mulgeetaa- Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee konistiraakshinii Saantaa Maariyaa- Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Hoosi’aa Tireediing Haawuus- Birrii miiliyoona 5
Tiraankoo Tireediing - Birrii miiliyoona 10Nooh Reel Steet - Birrii miiliyoona 5
Warataa Internaashinaal Bizinaasii - Birrii miiliyoona 5
Birhaan Tireeding - Birrii miiliyoona 5
B.N.T.N D.N.A tireed - Birrii miiliyoona 5
Bi’aakeekaa Tireed- Birrii miiliyoona 10
Alamaayyoo Katamaa- Birrii miiliyoona 10
Konstiraakshinii Sanshaayiin- Birrii miiliyoona 5
Immiruu Naggaa – Birrii miiliyoona 10
Raammaa Konistiraakshiin – Birrii miiliyoona 10
Aseer Konstiraakshiin – Birrii miiliyoona 5
Maarkaan Konstiraakshiin – Birrii miiliyoona 5
Dirribaa Dafraashaa – Birrii miiliyoona 5
D.M.S – Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Faalee – Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Kiibish – Birrii miiliyoona 5
Konistiraakshinii Yooteek- Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Gamshuu- Birrii miiliyoona 10
Baahraan Tireeding – Birrii miiliyoona 5
Konistiraakshinii Makroo jeneraal – Birrii miiliyoona 5
Eelsmeed Heelzikeer Sooluushiin – Birrii miiliyoona 5.9
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Wiizdam Treeding - Birrii miiliyoona 5
Reel steeti Giift- Birrii miiliyoona 5
Inniy Konistiraakshinii – Birrii miiliyoona 5
Korporeeshinii injinariing mootar Itoophiyaa – Birrii miiliyoona 10
Amdihuun jeneraal tireeding – Birrii miiliyoona 5
Dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Alsaam- Birrii miiliyoona 5